Lakkoofsa 26:59 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 59 Maqaan haadha manaa Amraam Yokebeed+ yeroo taʼu, ishiin intala Leewwii ishii biyya Gibxii keessatti dhalatte dha. Ishiinis Aaronii fi Musee, akkasumas obboleettii isaanii Miiriyaamiin Amraamiif ni deesse.+
59 Maqaan haadha manaa Amraam Yokebeed+ yeroo taʼu, ishiin intala Leewwii ishii biyya Gibxii keessatti dhalatte dha. Ishiinis Aaronii fi Musee, akkasumas obboleettii isaanii Miiriyaamiin Amraamiif ni deesse.+