-
Baʼuu 29:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Iddoo aarsaa sanaaf araara argamsiisuuf guyyaa torba ramadda; iddoo aarsaa hundumaa caalaa qulqulluu akka taʼuufis isa qulqulleessi.+ Namni iddoo aarsaa kana tuqu kam iyyuu qulqulluu taʼuu qaba.
-