LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Ani jinniiwwan kanan baasu hafuura Waaqayyootiin yoo taʼe garuu, Mootummaan Waaqayyoo utuu isin hin beekin isinitti dhufeera jechuu dha.+

  • Luqaas 11:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ani jinniiwwan kanan baasu quba Waaqayyootiin+ yoo taʼe garuu, Mootummaan Waaqayyoo utuu isin hin beekin isinitti dhufeera+ jechuu dha.

  • 2 Qorontos 3:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sababiin isaas, isin xalayaa Kiristoos nu warra tajaajiltoota taaneen,+ qalamaan utuu hin taʼin hafuura Waaqa jiraataatiin, gabatee dhagaa irratti utuu hin taʼin,+ gabatee foonii, jechuunis garaa irratti barreeffame+ akka taatan ifatti argisiistaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi