1 Qorontos 10:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akkuma isaan keessaa tokko tokko godhan warra waaqolii tolfamoo waaqeffatan hin taʼinaa; waaʼee isaanii, “Sabichi nyaachuu fi dhuguuf ni taaʼe. Achiis sirbuudhaaf ol ni kaʼe”+ jedhamee barreeffameera.
7 Akkuma isaan keessaa tokko tokko godhan warra waaqolii tolfamoo waaqeffatan hin taʼinaa; waaʼee isaanii, “Sabichi nyaachuu fi dhuguuf ni taaʼe. Achiis sirbuudhaaf ol ni kaʼe”+ jedhamee barreeffameera.