-
Lakkoofsa 14:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Golfaadhaan rukutee isaan nan balleessa; siin garuu saba isaan caalaa guddaa fi jabaa taʼe nan godha.”+
-
-
Keessa Deebii 9:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, guutummaatti isaan nan balleessa; maqaa isaaniis samii jalaa haxaaʼee nan balleessa; siin garuu isaan caalaa saba guddaa fi hedduu nan godha.’+
-