LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 9:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis akkuman jalqaba irratti godhe, guyyaa 40 fi halkan 40 Yihowaa duratti nan gombifame. Wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan, akkasumas isa aarsuudhaan cubbuu isin raawwattan hundumaatiin kan kaʼe, ani nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ 19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi