LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 9:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis yommuun ol jedhee ilaalu isin Waaqa keessan Yihowaa irratti cubbuu hojjechuu keessan nan arge! Isin sibiila irraa ofii keessaniif jabbii tolfattanii turtan. Daandii Yihowaan akka hordoftan isin ajaje irraas hatattamaan gortanii turtan.+ 17 Kanaafuu, gabateewwan lamaan sana fuudhee, harka koo lamaaniin darbadhee ijuma keessan duratti isaan nan caccabse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi