-
Baʼuu 17:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yeroo kanatti Museen Iyyaasuudhaan,+ “Namoota nuu filadhuutii Amaaleqota waraanuuf baʼi. Anis boru ulee Waaqa dhugaa harka kootti qabadhee fiixee tabbichaa irra nan dhaabbadha” jedhe.
-