-
Baʼuu 19:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Guutummaa naannoo isaattis sabichaaf daangaa godhiitii akkana jedhii isaanitti himi: ‘Gaarichatti akka ol hin baane yookiin daangaa isaa akka hin tuqne of eeggadhaa. Namni gaaricha tuqu kam iyyuu dhugumaan ni ajjeefama. 13 Harki kam iyyuu nama sana tuquu hin qabu; kanaa mannaa inni dhagaadhaan haa tumamu yookiin haa waraanamu.* Namnis taʼe horiin lubbuudhaan hin jiraatin.’+ Sagaleen xurumbaa*+ yeroo dhagaʼamu garuu, isaan gara gaarichaatti ol baʼuu dandaʼu.”
-