LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 31:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yihowaan fagoo irraa natti mulʼatee akkana naan jedhe:

      “Jaalala bara baraatiin si jaalladheera.

      Jaalala amanamaadhaan kanan ofitti si harkise* kanaafi.+

  • Faaruu Ermiyaas 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Nuti kan hin dhumne jaalala Yihowaa isa amanamaa taʼeen kan kaʼe dha,+

      Sababiin isaas, gara laafinni isaa matumaa dhuma hin qabu.+

  • Miikiyaas 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqni akka keetti

      Warra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+

      Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,

      Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi