-
Lakkoofsa 22:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Haa taʼu malee, inni deemuu isaatiin kan kaʼe dheekkamsi Waaqayyoo ni bobaʼe; maleekaan Yihowaas akka hin deemne isa dhowwuuf karaa irra ni dhaabbate. Yeroo kanatti Balaʼaam harree isaa irra taaʼee deemaa ture; tajaajiltoota isaa keessaas namoonni lama isaa wajjin turan.
-