4 Ani Waaqa koo Yihowaatti kadhannaa nan dhiheesse; cubbuu keenyas isatti nan hime, akkana nan jedhe:
“Warra si jaallatanii fi ajajawwan kee eeganiif+ kakuu kee kan eegduu fi jaalala amanamaa kan argisiistu,+ Waaqa dhugaa, Waaqa guddaa fi sodaachisaa kan taate yaa Yihowaa,