-
Keessa Deebii 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis akkuman jalqaba irratti godhe, guyyaa 40 fi halkan 40 Yihowaa duratti nan gombifame. Wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuudhaan, akkasumas isa aarsuudhaan cubbuu isin raawwattan hundumaatiin kan kaʼe, ani nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+
-