2 Qorontos 3:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Seerri inni duʼa fiduu fi dhagaa irratti qubeedhaan bocame sun+ hamma ilmaan Israaʼel ulfina fuula Musee irra jiruun, jechuunis ulfina isa baduun kan kaʼe fuula isaa ilaaluu dadhabanitti+ ulfina guddaadhaan erga dhufee,
7 Seerri inni duʼa fiduu fi dhagaa irratti qubeedhaan bocame sun+ hamma ilmaan Israaʼel ulfina fuula Musee irra jiruun, jechuunis ulfina isa baduun kan kaʼe fuula isaa ilaaluu dadhabanitti+ ulfina guddaadhaan erga dhufee,