2 Qorontos 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti. 2 Qorontos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.
12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti.
7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.