Baʼuu 4:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, isatti dubbadhu; dubbichas afaan isaa keessa kaaʼi;+ anis yommuu isin dubbattanitti sii fi isaa wajjin nan taʼa;+ wanta gochuu qabdanis isinan barsiisa.
15 Kanaafuu, isatti dubbadhu; dubbichas afaan isaa keessa kaaʼi;+ anis yommuu isin dubbattanitti sii fi isaa wajjin nan taʼa;+ wanta gochuu qabdanis isinan barsiisa.