-
Baʼuu 4:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Waaqayyos akkana jedhe: “Isaan yoo si amanuu baatan yookiin mallattoo isa jalqabaatiif yoo xiyyeeffannaa kennuu baatan, mallattoo itti aanuuf xiyyeeffannaa akka kennan beekamaa dha.+
-