-
Baʼuu 32:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Museen guyyaa itti aanutti sabichaan, “Isin cubbuu baayʼee guddaa taʼe raawwattaniittu; kanaafuu, ani amma cubbuu keessaniif araara argamsiisuu akkan dandaʼu ilaaluuf gara Yihowaatti ol nan baʼa”+ jedhe.
-