-
Leewwota 5:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Inni akka gatii shallagametti aarsaa yakkaatiif bushaayee isaa keessaa korbeessa hoolaa mudaa hin qabne tokko gara lubichaatti haa fidu.+ Achiis lubichi dogoggora inni utuu hin beekin raawwateef araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.
-