Leewwota 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “‘Lubni dibame+ tokko cubbuu hojjechuudhaan+ sabicha irratti yakka yoo fide, cubbuu hojjete sanaaf aarsaa cubbuu godhee jibicha mudaa hin qabne Yihowaadhaaf haa dhiheessu.+ Leewwota 4:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 jechuunis qaama jibicha sanaa isa hafe hundumaa buufatichaa alatti iddoo qulqulluu bakka daaraan* itti gatamutti akka geeffamu godha; achiis qoraan irra kaaʼee ibiddaan haa gubu.+ Wanti kun bakka daaraan itti gatamutti haa gubamu.
3 “‘Lubni dibame+ tokko cubbuu hojjechuudhaan+ sabicha irratti yakka yoo fide, cubbuu hojjete sanaaf aarsaa cubbuu godhee jibicha mudaa hin qabne Yihowaadhaaf haa dhiheessu.+
12 jechuunis qaama jibicha sanaa isa hafe hundumaa buufatichaa alatti iddoo qulqulluu bakka daaraan* itti gatamutti akka geeffamu godha; achiis qoraan irra kaaʼee ibiddaan haa gubu.+ Wanti kun bakka daaraan itti gatamutti haa gubamu.