-
Baʼuu 29:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Foon jibicha sanaa, gogaa isaa fi cumaa* isaa buufatichaa alatti ibiddaan ni gubda. Kun aarsaa cubbuu ti.
-
-
Leewwota 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Horiin aarsaa gubamu taʼee dhihaatu sun gogaan isaa irraa haa baafamu; achiis haa kukkutamu.+
-