LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘Inni gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama dhiheessuu hin dandaʼu yoo taʼe, daakuu bullaaʼaa eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko*+ cubbuu isaatiif aarsaa cubbuu godhee haa fidu. Kun aarsaa cubbuu waan taʼeef, zayitii itti naquu yookiin ixaana adii irra kaaʼuu hin qabu.

  • Lakkoofsa 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 namichi haadha manaa isaa fi aarsaa ishii ilaalchisee dhihaatu, jechuunis daakuu garbuu eefaa tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko* gara lubichaatti haa fidu. Kun aarsaa midhaanii hinaaffaa ilaalchisee dhihaatu, jechuunis aarsaa midhaanii yakka yaadachiisuuf dhihaatu waan taʼeef, inni isa irratti zayitii dhangalaasuus taʼe ixaana adii isa irra kaaʼuu hin qabu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi