Leewwota 22:29, 30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 “Yihowaadhaaf aarsaa galataa yoo dhiheessitan,+ karaa fudhatama isiniif argamsiisuun dhiheessaa. 30 Aarsaan sun guyyuma sanatti haa nyaatamu. Hamma ganamaatti isa irraa homaa hin hambisinaa.+ Ani Yihowaa dha.
29 “Yihowaadhaaf aarsaa galataa yoo dhiheessitan,+ karaa fudhatama isiniif argamsiisuun dhiheessaa. 30 Aarsaan sun guyyuma sanatti haa nyaatamu. Hamma ganamaatti isa irraa homaa hin hambisinaa.+ Ani Yihowaa dha.