7 Haa taʼu malee, isa irraa wanti kam iyyuu guyyaa sadaffaatti yoo nyaatame, kun wanta jibbisiisaa fudhatama hin arganne dha. 8 Namni isa nyaate wanta qulqulluu isa kan Yihowaa taʼe waan xureesseef, balleessaa isaatiif itti gaafatama; namni sun saba isaa gidduudhaa haa balleeffamu.