-
Leewwota 12:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ishiin guyyoota 33 sana booda jiraniif dhiiga sana irraa of qulqulleessuu ishii itti haa fuftu. Hamma guyyoota itti qulqullooftu sana xumurtuttis wanta qulqulluu akkamii iyyuu akka hin tuqne; gara iddoo qulqulluuttis akka hin seenne.
-