-
Lakkoofsa 5:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Lubichis aarsaa midhaanii hinaaffaa ilaalchisee dhihaatu+ sana harka dubartittii irraa fuudhee aarsaa midhaanii sana Yihowaa duratti asii fi achi haa sochoosu; achiis iddoo aarsaa biratti isa fida. 26 Lubichis aarsaa midhaanii sana keessaa hammaarraa tokko fuudhee guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan aarsaa ibiddaan dhihaatu godhee iddoo aarsaa irratti ni aarsa;+ sana booda dubartittiin bishaanicha akka dhugdu godha.
-