LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Hunduma isaaniis harka Aaronii fi harka ilmaan isaa irra ni keessa; asii fi achi isaan sochoosuudhaanis Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu gootee dhiheessita.

  • Leewwota 8:25-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Achiis cooma sana, duboo sana, cooma marʼimaan irra jiru hundumaa, cooma tiruu irra jiru, kaleewwan lamaanii fi cooma isaan irra jiru, akkasumas luka mirgaa ni fuudhe.+ 26 Achiis guuboo maxinoo isa Yihowaa dura jiru sana keessaa, maxinoo bifa amartiitiin tolfame+ tokko, maxinoo bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan jiidhe+ tokko, akkasumas maxinoo haphii tokko ni baase. Achiis cooma sanaa fi luka mirgaa sana irra isaan kaaʼe. 27 Hunduma isaaniis barruu Aaronii fi barruu ilmaan isaa irra kaaʼee, Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee dhiheessuuf asii fi achi isaan sochoosuu jalqabe.

  • Leewwota 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Handaraafa sanaa fi luka mirgaa sana garuu Aaron akkuma Museen ajajametti asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhee dhiheesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi