LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 28:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sabbanni dhaʼame+ inni efuudiin sun iddoo isaatii akka hin sochoone gochuuf itti qabsiifamu wantootuma wal fakkaatan, jechuunis warqii, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa fi quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame irraa haa tolfamu.

  • Baʼuu 29:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis uffatawwan+ sana fuudhiitii, uffata dheeraa sana, qoloo efuudicha jalatti uffatamu, efuudichaa fi kiisii qomaa sana Aaronitti uwwisi; sabbata efuudii isa dhaʼame sanas jabeessitee mudhii isaatti ni hiita.+

  • Baʼuu 39:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis efuudicha fuulduraan kutaa efuudichaa isa gateettii irra oolu lamaanii gaditti, bakka efuudichii fi sabbanni itti wal qabatu biratti, sabbata efuudii isa dhaʼamee olitti amartiiwwan warqii dabalataa lama ni tolchan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi