21 Dhiiga isa iddoo aarsaa irra jiru irraa fi zayitii dibataa+ irraa fuudhiitii, innii fi uffanni isaa, akkasumas ilmaan isaa fi uffanni isaanii qulqulluu akka taʼaniif, Aaronii fi uffata isaa irratti, akkasumas ilmaan isaa fi uffata ilmaan isaa irratti facaasi.+