Baʼuu 6:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+ 1 Seenaa Baraa 24:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun abbaa isaanii dura duʼan;+ isaan ilmaan hin qaban turan; Eleʼazaarii+ fi Itaamaar garuu luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.
23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+
2 Haa taʼu malee, Naadaabii fi Abihuun abbaa isaanii dura duʼan;+ isaan ilmaan hin qaban turan; Eleʼazaarii+ fi Itaamaar garuu luboota taʼanii tajaajiluu isaanii itti fufan.