LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Firiiwwan lafa keetii warra jalqaba gaʼanii fi hunda irra caalan gara mana Waaqa kee Yihowaatti fidi.+

      “Ilmoo reʼee aannan haadha isaatiin hin affeelin.+

  • Lakkoofsa 15:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Oomisha keessan isa jalqabaa keessaa daakuu* isa jalqabaa+ irraa maxinoo bifa amartiitiin tolfame buusii godhaatii kennaa. Buusii kanas akkuma buusii oobdii dhiheessitanitti dhiheessaa.

  • 2 Seenaa Baraa 31:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ajajni kun akkuma kennameenis, Israaʼelonni midhaan, wayinii haaraa, zayitii+ fi damma, akkasumas oomisha maasii isaanii hundumaa keessaa firiiwwan jalqabaa baayʼinaan ni kennan;+ isaan wanta hundumaa keessaa kurnoo* baayʼinaan ni fidan.+

  • Fakkeenya 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Qabeenya kee isa gatii guddaa qabuun,+

      Oomisha* kee hundumaa keessaa firii isa jalqabaatiin*+ Yihowaadhaaf ulfina kenni;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi