LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Israaʼelotaan garuu akkana jedhi: ‘Aarsaa cubbuutiif korbeessa reʼee tokko, aarsaa gubamuufis jabbii fi xobbaallaa hoolaa waggaa tokko taʼanii fi mudaa hin qabne tokko tokko fuudhaa;

  • Leewwota 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis aarsaa sabichaa ni dhiheesse; reʼee isa aarsaa cubbuu sabichaatiif dhihaatu sana fuudhee ni qale; isas akkuma isa jalqabaatti aarsaa cubbuu godhee dhiheesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi