- 
	                        
            
            Hisqiʼel 43:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 “‘Cubbuu irraa isa qulqulleessitee erga xumurtee booda horii keessaa jibicha mudaa hin qabne tokko, bushaayee keessaas korbeessa hoolaa mudaa hin qabne tokko ni dhiheessita. 24 Ati Yihowaadhaaf isaan ni dhiheessita; luboonnis soogidda irratti firfirsanii+ aarsaa guutummaatti gubamu godhanii Yihowaadhaaf ni dhiheessu.
 
 -