-
Leewwota 17:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Namni* lammii biyyattii yookiin namni biyya ormaa horii duʼee argame yookiin horii bineensi bosonaa ciccire nyaate kam iyyuu,+ uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaaniin dhiqachuu qaba; hamma galgalaattis xuraaʼaa ni taʼa;+ sana booda inni qulqulluu ni taʼa. 16 Yoo uffata isaa miiccachuu fi qaama* isaa dhiqachuu baate garuu balleessaa isaatiif itti gaafatama.’”+
-