2 Qorontos 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.
7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.