LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “‘Namni tokko wareega isaa raawwachuuf yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu dhiheessuuf aarsaa gamtaa Yihowaadhaaf yoo dhiheesse,+ fudhatama akka argatuuf loon yookiin bushaayee isaa keessaa horii mudaa hin qabne haa dhiheessu. Mudaan akkamii iyyuu horii sana irratti argamuu hin qabu.

  • Lakkoofsa 6:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘Seerri Naazricha ilaalchisee kenname kana dha: Inni guyyoota Naazricha taʼee itti jiraatu yommuu xumurutti,+ gara balbala dunkaana walgaʼiitti ni fidama. 14 Achittis aarsaa isaa kana Yihowaadhaaf ni dhiheessa: aarsaa gubamuuf xobbaallaa hoolaa mudaa hin qabnee+ fi gara waggaa tokkoo taʼu tokko, aarsaa cubbuutiif hoolaa goromtii mudaa hin qabnee+ fi gara waggaa tokkoo taatu tokko, aarsaa gamtaatiif korbeessa hoolaa mudaa hin qabne tokko,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi