LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 13:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Lubichis dhukkuba sana ni qora; innis wanti dhukkubni sun irratti argame, guyyaa torbaaf akka adda baafamu godha.+

  • Leewwota 14:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 lubichi manicha keessaa gara balbalaatti gad ni baʼa; achiis manichi guyyaa torbaaf cufamee akka turu godha.+

  • Lakkoofsa 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaafuu, Miiriyaam guyyaa torbaaf namoota irraa addaan baafamtee buufatichaa ala ni turte;+ sabichis hamma Miiriyaam deebifamtutti dunkaana isaa buqqisee hin deemne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi