-
Leewwota 14:44, 45Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 lubichi ol seenee manicha qora. Faalamni sun manicha keessatti yoo babalʼate, dhukkuba nadaayii cimaatu+ manicha keessatti uumame jechuu dha. Manichi xuraaʼaa dha. 45 Innis manichi diigamee, dhagoonni isaa, saanqaawwan isaa, maraggiin isaa fi dhoqqeen suphee manichaa hundi magaalattiidhaa ala bakka xuraaʼaa taʼetti akka geeffamu godha.+
-