Leewwota 16:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Reʼeen sunis balleessaa isaanii hundumaa baatee+ gara lafa gammoojjii deema;+ innis reʼee sana gara lafa onaatti erga.+
22 Reʼeen sunis balleessaa isaanii hundumaa baatee+ gara lafa gammoojjii deema;+ innis reʼee sana gara lafa onaatti erga.+