Maatewos 8:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.