-
Leewwota 4:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Harka isaa mataa horii aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu sanaa irra haa kaaʼu; achiis horii aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu sana bakkuma horiin aarsaa gubamu taʼee dhihaatu itti qalamutti haa qalu.+
-