LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 14:15-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis lubichi zayitii safartuu loogii sanaa irraa muraasa fuudhee,+ barruu harka isaa isa bitaa irratti naqa. 16 Sana booda quba harka isaa isa mirgaa zayitii barruu harka isaa isa bitaa irra jiru keessa cuuphee, zayitii sana quba isaatiin Yihowaa duratti siʼa torba ni facaasa. 17 Achiis lubichi zayitii barruu harka isaa irratti hafe keessaa muraasa isaa, fiixee gurra mirgaa namicha of qulqulleessu sanaa irratti, abgudduu harka mirgaa isaa irrattii fi abgudduu miila mirgaa isaa irratti dhiiga horii aarsaa yakkaatiif dhihaate sanaa irraan ni diba. 18 Zayitii barruu isaa irratti hafe sana immoo mataa namicha of qulqulleessu sanaa irratti dhangalaasa; achiis Yihowaa duratti namichaaf araara argamsiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi