-
Leewwota 11:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 “‘Miʼa mukaa, uffata, gogaa yookiin keeshaa dabalatee wanti raqni isaanii irra buʼe kam iyyuu xuraaʼaa taʼa. Miini faayidaa irra oolu kam iyyuu bishaan keessa liccifamuu qaba; innis hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa; sana booda qulqulluu taʼa. 33 Raqni isaanii qodaa suphee keessa yoo buʼe, qodaa sana caccabsaa; wanti achi keessa ture hundis xuraaʼaa taʼa.+
-