18 “‘Dhiirri tokko dubartii laguu irra jirtu takka wajjin yoo ciisee fi ishii wajjin saalqunnamtii yoo raawwate, innis taʼe ishiin lamaan isaanii iyyuu dhiiga ishii isa dhangalaʼu saaxilaniiru.+ Lamaan isaanii iyyuu saba isaanii gidduudhaa haa balleeffaman.