Maatewos 9:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+ Luqaas 8:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Yeroo kanatti dubartiin waggaa 12f dhiigni ishii dhangalaʼaa+ ture tokko jirti turte; taʼus eenyu iyyuu ishii fayyisuu hin dandeenye.+
20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+
43 Yeroo kanatti dubartiin waggaa 12f dhiigni ishii dhangalaʼaa+ ture tokko jirti turte; taʼus eenyu iyyuu ishii fayyisuu hin dandeenye.+