-
Leewwota 15:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “‘Dhangalaʼaan sun yoo dhaabbatee fi namichis isa irraa yoo qulqullaaʼe, inni qulqulluu taʼuuf guyyaa torba ni lakkaaʼa; achiis uffata isaa miiccachuu fi qaama isaa bishaan burqaatti dhiqachuu qaba; innis qulqulluu ni taʼa.+
-