-
Leewwota 15:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Guyyaa saddeettaffaattis gugee bosonaa lama yookiin cuucii gugee lama+ fidee balbala dunkaana walgaʼii irratti Yihowaa duratti dhihaatee lubichatti isaan haa kennu. 15 Lubichis isa tokko aarsaa cubbuu, isa kan biraa immoo aarsaa gubamu godhee dhiheessa; achiis lubichi sababii dhangalaʼaa isaatiif namichaaf Yihowaa duratti araara ni argamsiisa.
-