-
Leewwota 4:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Innis harka isaa mataa xobbaallaa reʼee sanaa irra ni kaaʼa; achiis bakka aarsaan gubamu itti qalamutti Yihowaa duratti isa ni qala.+ Kun aarsaa cubbuu ti.
-
-
Leewwota 4:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Cooma isaa hundumaa akkuma cooma aarsaa gamtaa sanaatti iddoo aarsaa irratti aarsa;+ lubichis cubbuu isaatiif araara isaaf ni argamsiisa; cubbuun isaas isaaf ni dhiifama.
-