Baʼuu 28:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Qullaa isaanii akka dhokfataniifis qumxaawwan* quncee talbaa isaaniif ni tolchita.+ Qumxaawwan kun mudhii irraa jalqabee hamma jilbaatti kan dheeratan taʼu.
42 Qullaa isaanii akka dhokfataniifis qumxaawwan* quncee talbaa isaaniif ni tolchita.+ Qumxaawwan kun mudhii irraa jalqabee hamma jilbaatti kan dheeratan taʼu.