27 Inni akka luboota ol aanoo sanaa, jalqaba cubbuu ofii isaatiif, achiis cubbuu sabichaatiif+ guyyaa guyyaadhaan aarsaa dhiheessuun isa hin barbaachisu;+ sababiin isaas, inni yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha ofii isaa aarsaa godhee dhiheessuudhaan+ kana raawwateera.